Keenya Haramaayaa - gubbaa ganda qoree
Jaalala tee hamtuu ~ Rabbumaa na rare.
Carcar keessa jiraa ~ Odaan seenaa qabuu
Lameen wal jaalate ~ turus wal hin dhabu
Bishaan Haramaayaa ~ Rabbumaa gogooysee
Silaa sirraa hin hafu ~ hiree na hambise.
Afaan amaaraatiin ~ qanqalloon sillichaa
Kan jaalatan malee ~ kan jibban jinnicha.
Bishaan lubbuu tahu ~ yoo dheebotte beyta
Nama si jaalatus ~ yoo rakkatte beeytaa.
Hoolaan dalluu hinqabuu ~ ittuma hin uuminii
An tantee waan qabuu ~ if hin shukkuuminii
Baalli yoo goggoge ~ ifiif lafa bu'aa
Hangam wal jaalatus ~ eenyuu wajjiin du'a
Namni yoo rakkate ~ Rabbi isa yaadataa
Boochee nan boochisin ~ lakkii na lakkiftaa.
Biyya faranjiidhaa ~ xayyaaraan dhaqanii
Gantuu meeqan arkaa ~ sin amanu ani.
Gurri hulaa hin qabu ~ waa hunda dhagayaa
Miskiinummaa tiyya ~ naan gaddin hiriyaa.
Ani asitti na dhiiftee ~ biyya ambaatti galtee
Rabbittin si dhiise ~ narraa yoo jaalatte
Popular Posts
-
Here is a link to get free iTunes cards for your apple devices. Try it out, Free iTunes Gift Card Codes : Wow this is awesome https://geti...
-
I n 2019, it’s easier than ever before for anyone to start a blog and make it profitable. This is true even if you aren’t tech savvy,...
-
Uummanni Oromoo aadaa bal'aa fi gabbataa kan bara dheeraaf kuufame kan qabuu fi aadaa kana tiksee dhaloota irraa dhal ootat...
-
Keenya Haramaayaa - gubbaa ganda qoree Jaalala tee hamtuu ~ Rabbumaa na rare. Carcar keessa jiraa ~ Odaan seenaa qabuu Lameen wal jaalate...
-
በዓለም ዓቀፍ ደረጃ ለ71ኛ ጊዜ የሚከበረውን የሰብዓዊ መብቶች ቀን በማስመልከት በኢትዮጵያ ሰብዓዊ መብቶች ኮሚሽን እና በሰብዓዊ መብቶች ላይ ከሚሰሩ የሲቪል ማህረሰብ ድርጅቶች የተሰጠ መግለጫ ++++++++++++++++++...
-
DECEMBER 12, 2019 Catherine, Duchess of Cambridge attended an evening reception for members of the Diplomatic Corps hosted by Queen Elizabet...
-
Jiruun jiraachuudhaaf, sadoo tilmaammadhe Irra finxee shanyii, filee facaafadhe Ee.... facaasee hin magarree Biqiltee hin agarre ...
-
A dig in Harlaa, Eastern Ethiopia, has revealed a 12th-century mosque. Credit: University of Exeter Archaeologists have uncovered an ancie...
-
አዲሱ ትውልድ: የቀድሞ መሪ የጓድ ኮሎኔል መንግስቱ ሀይለማርያም አፍቃሪዎች ደጋፊና ወዳጆች ቤት አያቶቹ አርበኞች አባቱ አርበኛ አጐቶቹ በአድዋ ጦር የወደቁ አርበኞች የኩሩ ነፍጠኛ ልጅ እርሱም ጀግና አገር ወገን ወዳድ የ...

Subscribe to:
Post Comments (Atom)
Featured Post
interpersonal relationships
Man is not made for life without social contact and communication. The chronicler and the Franciscan Salimbene of Parma recorded an experime...

-
Here is a link to get free iTunes cards for your apple devices. Try it out, Free iTunes Gift Card Codes : Wow this is awesome https://geti...
-
I n 2019, it’s easier than ever before for anyone to start a blog and make it profitable. This is true even if you aren’t tech savvy,...
-
Uummanni Oromoo aadaa bal'aa fi gabbataa kan bara dheeraaf kuufame kan qabuu fi aadaa kana tiksee dhaloota irraa dhal ootat...

No comments:
Post a Comment