Popular Posts

ARKACHUUN KOO MURTII!!

Galma kan koo fagoo, kaniin haawwee dhabee
Har'aas qunnamuudhaaf, amna koo jalqabe
Karaansaa fagaatee, guyyaansaa dheeratuus,
Wanniin imaammadhe manaama fakkaatuus,
Arkachuun koo murtii, hin dhabuu barbaade
Akkaan an sif yaaduu, atiis yoo naaf yaadde.

No comments:

Post a Comment

Featured Post

Ragaa MEDIA: Sutuumee yaa sutuumee Maal jaajjata Kottuu mee - Sayyoo Dandanaa @Ragaa MEDIA

Sutuumee yaa sutuumee Maal jaajjata Kottuu mee - Sayyoo Dandanaa @Ragaa MEDIA Ragaa MEDIA is the home old and non archived music, songs and...