Popular Posts

Liked on YouTube: Ohoo Yaa shaggituu - Taayyee Tasammaa (Baandii Muziqaa waraana Dargiin dabaalame)Amazing Oromo Music

Ohoo Yaa shaggituu - Taayyee Tasammaa (Baandii Muziqaa waraana Dargiin dabaalame)Amazing Oromo Music
“Ohoo Yaa shaggituu, Yaashaggiituu Oto wajjiin gallee, nan-jibbiituu..” Sirba kana kan gurraa hinqabnee jiraachuu baatuus, abbaa sirba kanaa kan ta’ee Wallisaa Taayyee Tasammaa meeqa keenyaatuu maqaadhaan isa beeka? Taayyee Tasammaa magaalaa Hararitti Baandii Muziqaa waraana Dargiin dabaalame sirba kana midhagseeti bifa kanaan kan wallisee bara 40 dura. Nutiis, galmee seenaa keysaa barbaanneeti isiniif olbaafne. Seenaa ofii abbumaatuu tursiifata! Bohaaraa, barachuuf toora keenya kan YouTube Korojo Media subscribe godhuu hindagatinaa. Hiriyyootaas afeeruun tattaaffii keenya gargaaraa. Galatoomaa Marsaritiin keenyaas www.korojo.com Amazing #Oromo Music - by #TAAYYEE TASAMMAA being with Military Orchestra of Derg - Harar, #Ethiopia Ragaa MEDIA Hordoofuudhaan Seenaa, afoola, aadaa, dudhaa, wallee, sirboota, marii, odeeffannoo gara garaa Afaan Oromoo fi kanneen birootinis argachuu dandeessu. Hojiin Keenya isinitti tollaan Subscribe godhuu fi hiriyyoota keessaniin gayuu hin dagatinaa! Telegram irraan nuhoordoofuuf https://ift.tt/ZqHDbsC Fuula Facebook keenyaa https://ift.tt/wRbWc5B #RagaaMEDIA #Oromomusic #oromo -------------- Oromoo | Oromo | Oromiyaa | Oromia | Wallee | Walleelee | Sirba | Sirboota | Afaan Oromoo | Oromo Music | Aadaa | Ragaa MEDIA | Sirba Durii | Sirba Haaraa | New Oromo Music | Midiyaa | Ragaa Midiyaa | RagaaMEDIA | Vision Entertainmnet| Komeedii | Raadiyoo Harar | Harar Raadiyoo | Abubakar Mussaa | Abdii Qophee | Wallisaa | Walaloo | Shaggooyyee | Ragada | Harargee | Shawaa | Wallagaa | Jimmaa | Arsii | Baalee | Walloo | Iluu Abbaa Booraa | Gujii | Boranaa | Borena | Afran Qalloo | Dirree Dhawaa | Diredawa | Finfinnee | OBN | VOA Afaan Oromoo | Ali Birraa | Ali Bira | Bahaliyake | Ali Shabbo | Shantam Shubbisaa | Almaaz Tafarraa | Seenaa | Itophiyaa | Ethiopia | Hawwisoo | Haacaaluu Hundeessaa | Andualem Gosa | Andualam Gosaa | Halloo Daawwee | Oduu | Arabic Music | Somali Music | Harari Music | Musics | Remix | Full Album | Albama Guutuu | Mp3 | Seenaan Hiyyeessa Hin Qabu | Remix | Konsartii | Agarsiisa | Wallee Warraaysaa fi Qabsoo | Wallisaa | Muziqaa | Diraamaa | 2021 | Durii | New
via YouTube https://www.youtube.com/watch?v=8HGVhUgDrpo

No comments:

Post a Comment

Featured Post

Ragaa MEDIA: Sutuumee yaa sutuumee Maal jaajjata Kottuu mee - Sayyoo Dandanaa @Ragaa MEDIA

Sutuumee yaa sutuumee Maal jaajjata Kottuu mee - Sayyoo Dandanaa @Ragaa MEDIA Ragaa MEDIA is the home old and non archived music, songs and...